Oduu: Wandasan Asaffaa, Maskaram Abarraa dabalatee kanneen yakka shororkessummaan himataman 24 mana amala sirreessaa akka galan ajajame
Gobazee Sisaay fi Maskaram Abarraa, himatamtoota yakka shorokeessummaan himataman 24 keessaa argamu Finfinnee, Adoolessa 19/2023 - Mannii Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa Dhaddachi 3ffaan Dhimmoota Farraa Shororkeessummaa, himatamtoota yakka shororkeessummaa naannoo Amaaraan walqabateen himantaman Wandasan Asaffaa (PhD) fi Maskaram Abarraa dabalatee himatamtoonni 24, gaaffiin mirga wabii