HomeArticles Posted by addisstandard (Page 88)

Author: addisstandard

Lammiilee kumaatamaan lakkaawwan aanaa Giddaa Ayyaanaa irraa buqqa'Lammiilee kumaatamaan lakkaawwan aanaa Giddaa Ayyaanaa irraa buqqa'an jalqaba mana barumsaa keessatti qubatan. Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Giddaa Ayyaanaa Geetahuun Laggasaa  @Birmaduu2 Finfinnee, Guraandhala 13, 2023 - Lammiileen haleellaa godinoota Giddaa Ayyaaanaa fi Kiiramuu kessatti uumame dheessuun gara magaala Giddaatti

Read More

Finfinnee, Guraandhala 10/2023 - Mootummaan naannooleen Oromiyaa, Hararii, Somaalii fi Ummata Kibbalixa itoophiyaa hiriira nagaa Siinodoosiin Itoophiyaa Guraandhala 12 tti amantootasaa waame balaaleeffatan. Mootummaan naannoo Oromiyaa ibs hardha baaseen, “gareewwan sirna durii hawwan” amantaa dahoo godhachuun kaayyoo siyaasaa galmaan gahuu barbaadanirratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu mootummaan

Read More

Tashitaa Tufaa , Suuraa: Star Tribune Finfinnee, Mudde 31/2022- Jiraataa fi lammiin Ameerikaa Tashitaa Tufaa kalesssa Mudde 30/2022 buufata xiyyaaraa Booletii qabamuu kan eeru ibsi maatiin Tashitaa Addis Standard’f ergan, namni kun hatattamaan akka gadi lakkiifamu waamicha dhiyeesse. Tashitaan nama daldalaa, lammii isaa gargaaruu fi hawaasa

Read More