Oduu: Daadniin Qilleensa Itoophiyaa Balallii Idilee Gara Maqaleetti Taasifamu Boru Eegaluufi
Finfinnee, Mudde 27/2022 - Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balallii idilee gara Maqalee taasifamu boru Mudde 28/2022 irraa akka eegalu Hogganaa Olaanan Daandii Qilleensa Itoophiyaa Masfin Xaasoo miidiyaleef himan. Kanaan dura Sadaasa 23/2022 balalliin idilee ni eegalama jedhamus osoo hin eegalin ture. Masfin jila mootummaa federaalaa magaalaa Maqalee