HomeArticles Posted by addisstandard (Page 92)

Author: addisstandard

Finfinnee- Haalli nageenyaa Oromiyaa keessa jiru qaamolee biyya keessaa fi idil addunyaa irraa xiyyeeffannoo guutuu barbaada. Waggoota arfan darban keessatti haalli nagaanya hawaasaa badaa dhufeera. Waliin jireenyi sabdaneessaa naannicha keessaa waggoota dheeraaf ture sababa dantaa siyaasaa qaawween oofamuun dhabameera.  Walitti dhufeenyi, hariiroon hawaasummaa fi tokkummaan saboota

Read More

Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa,Suuraa: BBC Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Mudde 23/2022 - Humnoonni nageenyaa mootummaa halkan mana jireenyaa Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa godina Shawaa Bahaa magaala Maqiitti  argamu cabsanii seenuun erga saamanii booda fi ilmasaanii tokko too’annoo jala oolchuu, Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa Addis Standarditti

Read More

Hirmaattota MariiSuuraa: OBN Finfinnee, Mudde 22/2022- Mootummaan naannoo Oromiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo(WBO) kan mootummaan shanee jedhee waamu irratti “Tarkaanfii Olaantummaa Seeraa Qindaa’aa” fudhachuuf qophii irraa jiraachuu beeksisee hawaasni hunmnoota nageenyaa wajjiin akka hiriiru gaafate. Lixa  Oromiyaatti akkasumas naannichatti nageenya waaraa fiduuf mariin aanga’oota godinaalee, naannoo fi federaalaa

Read More