HomeSocial Affairs (Page 51)

Social Affairs

Yuunivarsiitiin Jimmaa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Fulbaana 23/2022 - Yuunivarsiitiin Jimmaa, Yuunivarsiitichaatti sagantaa barnoota fagoo Muummee Sooshiyoolojiitiin kennamuun moojula gosa barnootaa ‘Sociology of Ethiopian Societies’ jedhamuuf barattootaaf qophaa’e irratti dhimma seenaa ummata Oromoo irratti ibsi “dogoggoraafi seer-maleessa” kennameen walqabatee hojjettoota lama hojiirra ittisuun murteewwan adda

Read More

Finfinnee, Fulbaana 15/2022 - Waajjira Godaansa Zaambiyaa godaantoota al idilee 44 gara Itoophiyaatti ari’uu isaa dubbi himaan waajjirichaa miidiyaa Zaambiyaatti himeera. Itti gaafatamaan Hariiroo Hawaasaa Kutaa Immigireeshinii, Naamaatii Nshinka, gareen kun xiyyaara yaabbachuuf qophaa’aa osoo jiranii godaantota keessaa tokko kaleessa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Keneet Kaawudaa

Read More

Finfinnee, Fulbaana 07/2022 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gabaasa haaraa baaseen, Oromiyaa Lixaatti adeemsa haleellaa guyyoota lamaaf namoota hidhatanii naannicha irraa walitti qabamanii fi kanneen aanaalee ollaa mootummaa naannoo Amaaraa irraa qaxxaamuraniin raawwatameen, hawaasa Oromoo keessaa namoonni 60 ol ta’an ajjeefamuu mirkaneesse.  Namoonni ijaan argan torban

Read More