HomeSocial Affairs (Page 53)

Social Affairs

An employee unloads wheat grains inside a storage in the village of Zghurivka, amid Russia's attack on Ukraine, in Kyiv region, Ukraine August 9, 2022. REUTERS/Viacheslav Musiienko Finfinnee, Hagayya 13/2022 - Midhaan sababa waraana Raashiyaatin qabame jiru baasuun namoota miiliyoonaan lakkaawwaman addunyaa irratti beelaaf saaxilamanii

Read More

Finfinnee,Hagayya 8/2022- Naannoo Oromiyaatti Beelli Dhoksamee Lubbuu Namaa Galaafataa Jira jedhe Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) ibsa Hagayya 6/2022 baasen.  Godinaalee Oromiyaa gara garaatti waqtiin roobaa marsaa afuriif walitti aansee roobni ga’aan argamuu dhabuu isaatiin kan ka’e waggoota sadeen darban keessa hoongee uumameen bu’uura  jireenya Horsiisee Bulaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 05/2022 - Walitti bu'iinsa daangaa Naannolee Oromiyaa fi Somaaliyaatti baatii tokko dura uumameen jiraattota Godina Baalee, Aanaa Dalloo Mannaa, Ganda Gurraa Dhaamolee 8,759 qe'ee isaanii irraa buqqa'uu gabaasni haaraa bahe mul'iseera.  Akka Addis Standard Adoolessa 18 gabaasetti, walitti bu'iinsa uumameen "qaamolee hidhatan" naannoo Somaalee

Read More