HomeSocial Affairs (Page 50)

Social Affairs

Mihirat G/Kiristoosiin  Finfinnee, Onkololeessa 03/2022- Mootummaan Naanno Gaambeella ibsa Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) sarbama mirgoota namoomaa sababii walitti bu’iinsa garee hidhattoota naannicha keessan socho’anii fi humnoota nageenyaa mootummaa giduutti ji’a Waxabbajjii keessa uumameen walqabatee baase kan fudhanne ta’uusaa ibsuun koomishinicha komatee jira. Mootummaan naannichaa ibsa

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkololeessa 03/2022 - Ministeera Barnootaa adeemsa kenniinsa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee ibsa har’a Onkololeessa 03, 2022 kenneen qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa karaa nagaan akka xumuramu qooda fudhattoota waliin qindoominaan hojjatamaa jiraachu ibse. Qophiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Onkololeessa 10, 2022 irraa

Read More

Finfinnee, Fulbaana 30/2022 - Qorannoo Dhaabbanni Idil-Addunyaa Godaansaa (DIG) taasiseen waa'ee baqannaa ilaalchisee hawaasa bal'aaf hubannoo laachuun baqannaa seera-qabeessaaf faayidaa akka qabu mul'isee jira. Qorannoo kana kan adeemsise dhaabbanni qaama DIG ta'e kan Giddu-gala Xiinxala Daataa Baqannaa Idil-Addunyaa jedhamu yoo ta'u. Qorannoo kana kan adeemsise DIG

Read More