HomeSocial Affairs (Page 52)

Social Affairs

Lolaa Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii Gaambeellaa Finfinnee, Hagayya 25/2022- Kutaaleen Itoophiyaa tokko tokko  torbeewwan dhufan keessa balaa lolaan mudachuu kan danda’u yoo ta’u, namoota 400,000 ol ta’an yaaddoo buqqa’uuf saaxilaman dabalatee namoonni miiliyoona 1.7 ol ta’an miidhamuu hin oolan jedhe UNOCHAn gabaasa kaleessa baaseen.  Naannoo Gaambeellaatti balaa lolaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 23/2022- Neetworkii Sirna Akeekkachiisa  Beelaa “Raagamni ho’a gubbaa galaanaa haala gogiinsa galaanaaf mudaa hin qabne agarsiisa. Carraan Dipoolii Galaana Hindii fi Giraadiyeentii Paasifik Dhihaa lamaanuu cimaa ta’an  baay’ee ol’aanaadha, kanarraa ka’uun baha gaanfa Afrikaa rooba baay’ee xiqqaa fi jiidhina biyyee baay’ee goggogaa fi

Read More

Gammadaa Olaanaa, gara bitaa irraa lammaffa irra kan jiru, Miidiyaa Hawaasa irratti beekamtii guddaa kan qabu yoo ta'u duula Miidiyaa Hawaasa irratti gaggeessaa warra turan keessa tokko, innis hoggantoota Safaricom dubbisee jira.Suuraa: Feesbuukii Gammadaa Olaanaa Finfinnee, Hagayya 15/2022- Safaricom Oromiyaa irraa mormii guddaan isa muudataa jira. Mormiin kunis dhaabbatichi

Read More