HomeSocial Affairs (Page 56)

Social Affairs

Finfinnee: Akka gabaasni haaraan Wiirtuu hordoffii  Buqqa'iinsa Biyya Keessaa (IDMC) irra ba’e mul'isutti,  bara 2021tti Itoophiyaan biyyoota addunyaa kamirrayyuu caalaa  buqqaatota biyya keessaa (IDP) olaanaa galmeessiste. Akka gabaasni idil addunyaa IDMC bara 2022,  Kamisa darbe bahe ibsutti waraana fi walitti bu'iinsa biyyattii keessatti uumame kan bara

Read More

Suraa; FBC Naatinaa'eel Fiixeetiin   Finfinnee: Yuunivarsiitii Finfinneetti Kolleejjiin Namummaa, Qorannoo Afaanii, Gaazexeessummaa fi Kominikeeshinii sagantaalee barnoota garagaraan barattoota idileedhaan simachuuf beeksisa baaseen gosoota barnootaa beeksisni irratti bahe sagal keessaa Afaan Oromoo eeramuu dhabuun isaa marsaalee hawaasummaa irratti gaaffii guddaa kaaseera.   Yuunivarsiitii Finfinneetti hogganaa muummee barnoota Afaan Oromoo Lataa

Read More