HomeSocial Affairs (Page 43)

Social Affairs

Suuraa: UNICEF Finfinnee, Sadaasa 09/2022 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Fandii Atattamaa Daa’immanii Idil-addunyaa (UNICEF) dhimma hordoffii damee barnoota Itoophiyaa ilaalchisee gabaasa baaseen, Itoophiyaa keessatti manneen barnoota 3,861 ta’an sababa walitti bu’iinsaan bara barnoota 2022/23f akka hin banamneefi sanaanis daa’imman miiliyoona 2.89 ta’an akka miidhaman gabaaseera. Kana

Read More

Alii Birraan eenyu?  Alii Birraan abbaa isaa Mohaammad Musaa fi haadha isaa Faaxuma Alii irraa bara 1948 magaalaa Dirree Dhawaatti dhalate. Abbaan isaa kutaa gosa Afran Qalloo Alaa jedhamurraa yoo ta’u magaalaa Graawaa jedhamu irraa dhufe. Faaxumaa Aliin gama isheetiin kutaa gosa Afran Qalloo Jaarsoo irraati.

Read More

Finfinnee, Sadaasa 04/2022 - Daangaaleen Maalaawii godaantota biyyoota Afrikaa kan akka Itoophiyaa irraa dhufaniif karaa dabarsoo guddaa ta’aa jiraachuu ogeeyyiin godaansaa fi mirga namoomaa himan. Eejansiin Baqattootaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNHCR) Maalaawiin lammiilee biyyoota adda addaa gara biyyoota akka Afrikaa Kibbaatti daddabarfamaa jiraniif karaa qaxxaamuraa

Read More