HomeSocial Affairs (Page 40)

Social Affairs

Finfinnee, Sadaasa 28/2022 - Sababa waldhabdee fi walitti bu’insa akkasumas hongee kutaalee Itoophiyaa hedduu itti fufiinsaan miidhaa jiraniin barbaachisummaan gargaarsa namoomaa Itoophiyaa kan walakkeessa waggaa, jalqaba bara 2022tti Doolaara biiliyoona 3.085 ture gara doolaara biiliyoona 3.335tti ol guddachuu karoora gargaarsa namoomaa fooyya’ee ragaa Waxabajjii -

Read More

Finfinnee, Sadaasa 28/2022- Akka xalayaan Ministeera Barnootaa fi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatiif barreeffame ibsutti barsiisonni fi gargaartotni teeknikaa yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa keessa hojjetan Sadaasa 26, 2015 irraa eegalee yeroo hin murtoofneef hojii akka dhaaban beeksisaniiru. Dhimma kanarratti barsiisonni Yunivarsiitii  Addis Standard  dubbise gaaffiin isaanii deebii waan

Read More

Finfinee, Sadaasa 24/2022 -  Gandoota 41 aanaalee afur goodina Baalee fi aanaalee naannoo Somaalee lama keessatti namoonni 491 Kooleeran qabamanii  20  du’aniiru. Kana malees namoonnii 555,000 ta’an immoo weerarichaaf kan saaxilaman ta’uu dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti qindeesssaan gargaarsa namoomaa (OCHA) Sadaasa 23, 2022 baaseen beeksiseera.  Akka gabaasa

Read More