HomeSocial Affairs (Page 44)

Social Affairs

Finfinnee, Sadaasa 03/2022 - Weerarri dhukkuba busaa Itoophiyaa keessatti mudatee sababa bookee busaa Anoofilas Steefeensaay jedhaman ardii Eshiyaarraa gara Itoophiyaa baqataniin ta’uu Dhaabbata Qorannoo Armar Hansen Itoophiyaa beeksise. Qorataan dhaabbatichaa  Fitsuum Taaddasaa akka ibsetti, gosoonni bookee kunneen yeroo bishaan hin jirreeyyuu wal horuu waan danda’aniif hongee

Read More

Finfinnee, Sadaasa 2/2022- Dhibeen Koleera Godina Baalee gandoota 25  aanaalee sadi keessatti fi gandoota sagal aanaa lama naannoo Somaalee keessatti muudateen namoonni sagal du’uu fi hanga Onkoloolessa 1/2022tti namootni 330 dhukkubichaan qabamuu gabaasni UNOCHA mul’ise. Kana malees godina Baale Bahaa keessattis namoonni Koleeran shakkaman qoratamaa

Read More

Geetahuun Laggasaatiin Finfinnee, Sadaasa 01/2022 - Manneen barnoota Finfinnee Afaan Oromoo qofaan hojii baruu fi barsiisuu raawwachaa jiran hir'ina meeshaalee barnootaatiin raakamaa jiraachuu baraiisoonni Addis Standarditti himan. Manneen barnoota kuni baajata mootummaa naannoo Oromiyaatiin ramadamee fi gargaarsa dhaabbilee tola oltummaarraa argameen bara 2018 hundeeffaman. Haata'u malee,

Read More