HomeSocial Affairs (Page 42)

Social Affairs

Finfinnee, Sadaasa 16/2022 - Naannoo Oromiyaatti weerarri dhibee Busaa, Gifira fi Koleeraa mul’achuu Biiroo Fayyaa Oromiyaa beeksise. Itti Aanaan Hogganaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Abarraa Botoree miidiyaa EBCtti akka himetti dhukkubni Busaa, Gifira fi Koleeraa godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti bifa weeraraan mul’achuu ibsuun hawaasni of

Read More

Finfinnee, Sadaasa 13/2022 - Rakkoon nageenyaa fi hongeen gaag’ama namoomaaa lixaa fi kibba Oromiyaatti bara 2022 mudate gaaga’ama namoomaa hammeessuusaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa(UNOCHA) ibse. UNOCHAn ibsa Sanbata darbe baaseen sababoota rakkoo tasgabbii fi hongeetiin gaaga’amni namoomaa kan bara 2022 baay’ee hammaachaa deemuusaa addeesseera.

Read More

Finfinnee Onkololeessa 10/2022 - Yeroo mootummaan Itoophiyaaa fi humnoonni Tigraay wali galtee waraana dhaabuu mallatteessanitti naannoon Tigraay gargaarsa namoomaa hatattamaa garmalee kan barbaadu waan ta’eef nyaataa fi qorichi naannichaaf akka raabsamu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) gaafate. Waraanni mootummaa Itoophiyaa fi humnoota Tigraay gidduutti waggaa lamaaf naannoo

Read More