HomeSocial Affairs (Page 41)

Social Affairs

Saamamee kan manca’ee, kilinika Dabra Abbay Finfinnee, Sadaasa 22/2022 - Sababa waraana kaaba Itoophiyaatti naannoolee Tigraay, Affaariii fi Amaaraa keessatti deemaa tureen dhaabbileen fayyaa barbaada’an suphuuf yookiin bakka buusuuf miliyoona USD1.4 barbaachisa. Akkasumas, naannoo Tigraayirraa ragaan sirrii sassaabuun rakkisaa ta’uus dhaabbileen fayyaa gutumaaguututti hojjachaa jiran harak

Read More

 Oyiruu qonnaa  Abdulnaasir Abdullaahii, Magaalaa Lakkoo Finfinnee, Sadaasa 19/2022- Gabaasni haaraa Mootummoota Gamtoomanii baase rakkoon jijjiirama qilleensaa jiruu fi jireenya qonnaan bultootaa fi horsiise bultoota kaaba bahaa, kibbaa fi kibba baha Itoophiyaa naannoolee Somaalii, Oromiyaa, Affaarii fi Saba fi sablammoota fi ummatoota Itoophiyaa  miliyoona 17tti

Read More

Haleellaan booda lammiilee nagaa jumlaan qe’ee isaanii irraa buqqa’an Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Sadaasa 18/2022 - Walitti bu’iinsa lixa Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru lammiilee nagaa kuma dhibbaan lakkaa’aman qe’ee isaanii irraa buqqisuu fi hojiiwwan gargaarsa namoomaa irratti dhiibbaa geessisuu itti fufuu, akkasumas weerarri Koleeraa naannoo

Read More