Addi Bilisumma Biyyaalessa Ogaadeen, Odeeffannoo Dabsuu, Miidhaa Hongee Xiqqeesanii Ilaaluu, Taatee Tibbanaa Irratti Mootummaa Naannoo Somaale Himate
Bilah Jeeylan tiin @BilehJelan Finfinnee,Guraandhala 18/2022 - Partiin mormituu naannoo Somalee, Adda Bilisummaa Biyyaalessa Ogaadeen (ABBO) ibsa baaseen,mootummaa naannichaa odeeffannoo dabsuu fi dararaa hongeen naannicha irraan ga’e gad-xiqqeessani ilaalutiin himateera. “Ajandaa wal qoodinsa Paartii Badhaadhinaa (PP), naannichaa keessatti muudatee ture jijiiruuf, dararaa hongeen qaqqabsiisaa jiru dabalataan, bulchiinsi