HomeNews (Page 137)

News

Finfinnee, Onkoloolessa 5/2022- Godina Baalee aanaalee Harannaa Bulluq, Barbarretti weerarri koleeraa muudatachuu gabaasni Federeeshinii Waldaalee Fannoo Diimaa Fi Ji'a Diimaa Idil-addunyaa ni mul’isa.  Gabaasni kun Fulbaana 16/2022- ministeerri fayyaa aanaalee lamaan keessatti weerarri koleeraa muudachuu labsee ture. Fulbaana 17-20 qorannoo gaggeeffameen aanaalee lamaan irraa  namoonni 102

Read More

Finfinnee, Onkololeessa 05/2022 - Mootummaan Itoophiyaa waamicha marii nageenyaa Gamtaan Afriikaa waraana Itoophiyaatti ji’oota 21f gaggeeffamaa ture furuuf dhiyeesse fudhachuu beeksise. “Waamichi Gamtaan Afrikaa dhiyeesse ejjennoo mootummaan Itoophiyaa kanaan dura ture waliin kan walsimuudha. Mootummaan mariin kun giddu seentummaa Gamtaa Afrikaatiin qofa akka gaggeeffamu fi haal-duree

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 4/2022- Biiroon Afyaa’ii Haajaa Alaa Ameerikaa (USA) ibsa baaseen ergamaan Addaa Gaanfa Afrikaa Ameerikaa Maayik Haamar Onkoloolessa 3, 2022 hanga 18, 2022 tti gara Keeniyaa, Afrikaa Kibbaa fi Itoophiyaa kan imalan ta’uu beeksisee jira. Ergamaan  addaa kun gara Gaanfa Afrikaa deebi’anii kan dhufan yaalii

Read More