HomeNews (Page 140)

News

Geetaahun Laggasaatiin Finfinnee, Fulbaana 24/2022 - Humnootni nageenyaa hayyuu Oromoo beekamaa Gammachuu Magarsaa (PhD) guyyaa kaleessaa erga to’atee booda gadi lakkisuu, ilmi isaanii kan ta’an Soolan Gammachuu Addis Standarditti hime. Humnootni nageenyaa ganama sa’aatii 12:30 mana jireenyaasaaniitii fudhanii guyyaa guutuu erga to’annoo jala oolchanii booda galgalarra gadi

Read More

Komaandar Waagaaw Taarraqany, Itti gaafatamaan Kutaa Poolisii Hawaasaa Finfinnee, Fulbaana 22/2022 - Komishiniin Poolisii Naannoo Amaaraa poolisii bulchiinsa magaalaa Baahirdaar keessatti Itti gaafatamaan Kutaa Poolisii Hawaasaa kan ta’e Komaandar Waagaaw Taarraqany rasaasa itti dhukaafameen rukutamee ajjeefamuu isaa beeksiseera. Komaandar Waagaaw kaleessa halkan naannoo

Read More

Zammana Kaasee Finfinnee, Fulbaana 21/2022 - Poolisiin Naannoo Amaaraa gaggeessaa beekamaa hidhattoota Faannoo, Zammana Kaasee, yookiin "qabsaa'aa Zammana" jedhamuun beekamu to'annoo jala oolchuun gara magaala guddittii naannichaa Baahirdaar fudhachuusaa ibseera. Akka miidiyaa naanichaa Korporeeshinii Miidiyaa Amaaraa (AMC) ibsa Hogganaa Itti aanaan Kutaa Qorannoo Tooftaa Poolisii Naannoo Amaaraa

Read More