HomeNews (Page 144)

News

Finfinnee, Fulbaana 2/2022- Naannoo Oromiyaa, Godina Horoguduruu  Wallaggaa aanaa Amuruu magaalaa Agamsaa keessatti,  namoonni  hidhatan dhukaasa bananiin yoo xiqqaate namoonni 55 ajjeefamuu DW Amharic gabaase. Jiraataan Agamsaa Geetaachoon (Maqaan Sababa Nageenyaatiif kan jijjiirame)  yaada Addis Standardiif laateen “Kibxata Hagayya 30, 2022 ganama sa’aatii tokko irraa eegalee

Read More

Finfinnee, Hagayya 31/2022 - Manneen Maree Nageenyaa bulchiinsa naannoo Amaaraa magaalota Dabra Birhaan, Kombolchaa, Laallibalaa fi Saqotaa namoota fi konkolaattota irratti daangeeffama sochii, walga’ii uummata hayyama malee dhorkuu, akkasumas dhorkii meeshaa waraanaa humnoota nageenyaatiin hayyama hin qabne fe’uu fi kanneen biroo kaa’aniiru. Murtoon kun magaalonni Waldiyaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 31/2022- Paartiin mormituu, Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) hawaasni addunyaa foddaa ji’a jahaaf waraana gargaarsa namoomaatiif dhaabate fayyadamuun “qaamolee waraanaa jiran minjaala marii irratti fiduu fi dhukaasa dhaabuu hunda galeessa ta’e mirkaneessuuf” dadhabuu isaanii qeequun “Hawaasni idila addunyaa, walitti bu'iinsa Naannoo Oromiyaa keessatti

Read More