HomeNews (Page 143)

News

Finfinnee, Fulbaana 9/2022- Ministeerri Haajaa Alaa Itoophiyaa “ibsa Komishiniin Ogeessota Mirga Namoomaa Idil-addunyaa Itoophiyaarratti kenne nu mufachiise” jechuun “Itoophiyaa irratti Mana Maree Nageenyaa mootummoota gamtoomanii tarkaanfii  akka fudhatu waamicha dhiyeessuun aangoo isaanii miti” jechuun kuffiseera.Itoophiyaan Komishinichi “dhiibbaa siyaasaaf mirga namoomaa meeshaa waraanaa godheera” jechuun himattee.

Read More

Finfinnee, Fulbaana 07/2022 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gabaasa haaraa baaseen, Oromiyaa Lixaatti adeemsa haleellaa guyyoota lamaaf namoota hidhatanii naannicha irraa walitti qabamanii fi kanneen aanaalee ollaa mootummaa naannoo Amaaraa irraa qaxxaamuraniin raawwatameen, hawaasa Oromoo keessaa namoonni 60 ol ta’an ajjeefamuu mirkaneesse.  Namoonni ijaan argan torban

Read More

Finfinnee, Fulbaana 03/2022 - Ameerikaan wal waraansa Itoophiyaa akka haaraatti humnoota nageenya federaalaa fi humnoota Tigraay gidduutti Hagayya 24 jalqabee yeroo ammaa kana gara naannoo daangaa Itoophiyaan Sudaan waliin qabdutti babal’ate keessatti “Eertiraan deebitee seenuu ishee” balaaleeffatte. Pirees Sekreetarii Kaariin Jiin-Piyeer ibsa Fulbaana 02 kenniteen akka

Read More