HomeNews (Page 148)

News

Buruk Alamuutiin @Birukalemu21  Finfinnee, Hagayya 24/2022- Manni Maree Federeeshinii gaaffii naannoon ijaaramu Godinaalee Walaayittaa, Geede’oo, Gaamoo, Goofaa, Koonsoo, Oomoo Kibbaa, akkasumas aanaa addaa Amaaroo, Alee, Baaskeettoo, Burjii fi Daraashee irratti murtoo laachuuf ji’a sadi keessatti  filannoon gagggeeffamee bu’aa filannoo mana marichaaf Bordii Filannoo Biyyalessaa akka dhiyeessu

Read More

Finfinnee, Hagayya 24/2022 - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa har’a ganama baaseen, waraanni kaabaa ji’oota muraasa darban keessa erga tasgabbaa’ee booda waraana humnoota federaalaa fi Tigraay giddutti adeemsifamu irra deebiin eegaluu isaa mirkaneessee jira. Mootummaan federaalaa waraana deebi'ee eegaluun humnoota Tigraay komate. “Gareen shororkeessaa TPLF filannoo nageenyaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 24/2022 - Gurmaa’insa naannumaa godina Guraagee waliin walqabatee hoggantoonni fi itti gaafatamtoonni godinichaa hidhamuu hojjataan mootummaa maqaan isaa akka  eeramu hin barbaanne Addis Standarditti himeera. Itti gaafatamaan waajjira faayinaansii godinichaa Munawwar Hayaatuu, Itti gaafatamaa dhimmoota kominikeeshinii mootummaa Mabiraatee W/Maariyaam, Itti gaafatamaa intarpiraayizii fi misooma

Read More