HomeNews (Page 151)

News

Finfinnee, Hagayya 11/2022- Walgahii ariifachiisaa har’a gaggeeffameen Manni Maree Godina Guraagee, yaada mootummaan kilaastaraan gurmaa’uun naannoo Saboota sablammoota fi uummattoota kibbaa naannolee haaraa lama dabalataa uumuuf dhiyaate kuffiseera.Walgahii ariifachiisaa kana irratti miseensota Mana Marichaa 97 keessaa 92 kan hirmaatan yoo ta’u, bakka pirezidaantiin naannichaa Ristuu

Read More

Iteenash Abarraatiin @EteneshAb Finfinnee, Hagayya 10/2022 - Naannoo Saboota, Sablammoota fi Uummattoota Kibbaa, Godina Guraagee, magaalaa Walqixxee keessatti jiraattootni magaalichaa gurmaa’insa kilaastaraa naannolee haaraa naannicha keessatti adeemsifamaa jiru mormuudhaan kaleessa hojiilee tajaajila uummataa fi hojii daldalaa dabalatee hojii idilee ugguruun mormii gaggeessaniiru. Miseensa Koree Qabsoo Karaa Nagaa

Read More

Suuraa: Waajjira Ministira Muummee Itoophiyaa Finfinnee, Hagayya 09/2022 - Naannoo Oromiyaa Godinaalee Shawaa, Wallaggaa fi Gujiitti garee hidhattoota WBO [kan mootummaan Shanee jedhe waamu] barbadeessuuf koomaandi poostiin hundaa’uu fi Raayyaan Ittisa Biyyaa, hoggansi naannichaa fi humnoonni nageenyaa bobbii qindaa’aa gaggeessaa jiraachuu ibse Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa

Read More