HomeNews (Page 136)

News

Finfinnee, Onkololeessa 06/2022 - Pirezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo daawwannaa hojiif har'a ganama Finfinnee gale. Wayita Finfinnee gahuus Muummee Ministiraa  Abiy Ahimadiin simatameera. Pirezidaantichi turtii Itoophiyaa keessatti taasisuun dhimmoota biyyoota lamaanii, naannoo fi idil-addunyaa adda addaa irratti ni mari’atu jedhamee akka eegamu miidiyaaleen gabaasaniiru. Pirezidaant Ruutoon gaaffii

Read More

Finfinnee,Onkololessa 6/2022 - Ibsa kaleessa galgala baaseen, Mootumman Naannoo Tigraay affeerraa marii nageenyaa  Gamtaan Afrikaa godheef fudhadheeera jechuun qaamolee akka hirmaatan, taajjabdootaa fi ragaa baatonni affeeraman eenyuu  ta’anii fi  “gaheen qamolee idil- addunyaa maal akka ta’ee fi loojistikiiwwan akka geejibaa fi tikaa garee mari’attoota keenyaaf

Read More

Tigraay keessatti haleellaa saalaa irraa lubbuun hafan. Suuraa: Human Rights Watch/Hagayya 2021 Finfinnee, Onkololessa 6/2022- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii (UN) dubartoonni sababa waraanaatiin naannolee Tigraay, Amaaraa fi Affaar irraa baqatan buttaa fi daldaala qunnamtii saalaatiif garmalee kan saaxilaman ta’uu ibseera.  “Dubartoonnii fi shamarran baqattootaa fi buqqaatonni  biyya keessaa

Read More