Oduu: Namni dhuunfaan maallaqa birrii kuma 100 ol, dhaabbatni birrii kuma 200 ol baankiin ala kaawwachuun dhorkaadha: Baankii Biyyooleessaa Itoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 07/2022 - Itoophiyaa keessatti namni dhuunfaan maallaqa birrii kuma 100 ol, dhaabbatni ammoo birrii kuma 200 ol baankiin ala kaawwachuun dhorkaa ta’uu Baankiin Biyyooleessaa Itoophiyaa beeksise. Akkasumas Warqee karaa seeraan alaa mana keessa keewwachuunis dhorkamuu ibseera. Bulchaan Baankii Biyyooleessaa Yinnaagar Dassee (PhD)dhimma to’annoo jijjiirraa