HomeNews (Page 12)

News

Maayik Haamar, Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa (Suuraa: MoFA) Finfinnee, Adoolessa 22/2023 - Bakka bu'oonni hawaasa Oromoo biyya Ameerikaa keessatti jiraatan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa kan ta'e Maayik Haamar waliin mari'achuu Waldaa Hambaa Hoggansaa fi Falmaa Oromoo (OLLAA) beeksise.  Bakka bu'oonni hawaasa Oromoo kunneen, mootummaan Ameerikaa

Read More

Finfinnee, Adoolessa 21, 2023 -  Yuunivarsitiiwwan hedduutti muummeen akkaawuntiingii fi faayinaansii "qormaannii bahiinsaa" barattoota isaaniif dhiyaatee ture akka qoratamuu fi sirreeffamni barbaachisaa ta’e akka godhamu gaafataa turaniiru. Dhaabbileen kunneen qormanni barattootaaf dhiyaate barattoota “kan hin gitne” ta’uun barattoonni hedduu qormaaticha kufuu hordofee ministeerri barnootaa qabxii

Read More

Pireezdaantii Yukireen Volodimiir Zelenskii (Suuraa: president.gov.ua/) Finfinnee, Adoolessa 21/2023 - Raashiyaan Inishiyeetiivii Midhaan Galaana Gurraacha keessaa bahuu ishee erga beeksiftee guyyoota muraasa booda Pireezdaantiin Yukireen Volodimiir Zelenskii Ministira Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad waliin bilbilaan mari'ataniiru. Pireezdaant Zelenskiin, MM Abiy Yukireen akka daawwatan waamicha taasisaniiru. Itoophiyaan biyyoota

Read More