Oduu: Ajajaan poolisii magaalaa Dabrabirhaan namoota hin beekamneen ajjeefaman
Komaandar Minwuyyeellat Cinqilloo Finfinnee, Adoolessa 15/2023 - Naannoo Amaaraa, godina Shawaa Kaabaatti ajajaan poolisii magaalaa Dabrabirhaan Komaandar Minwuyyeellat Cinqilloo rasaasa namoota hin beekamne irraa itti dhukaafameen ajjeefamuu bulchiinsi magaalichaa beeksise. Ajajaan poolisii magaalittii kun kaleessa Adoolessa 14 hojiirra osoo jiranitti dhukaasa irratti dhukaafameen ajjeefamuus eerameera. Akka kominikeeshiniin