HomeNews (Page 13)

News

Taankii waraana kaaba Itoophiyaa keessatti taankii hojii ala ta’e (Suuraa: Rooyitars/Tiksaa Nagarii) Finfinnee, Adoolessa 20/2023 - Waraanni kaaba Itoophiyaa lubbuu namoota 100,000 ol galaafachuun akka addunyaatti waraanota bara 1984 as gaggeeffaman keessaa hammaataa ta’uu gabaasni haaraa Dhaabbata Qorannoo Nageenyaa Osloo baase beeksise.   Gabaasni Kamisa maxxanfame kun bara

Read More

Finfinnee, Adoolessa 20/2023 - Rakkoo nageenyaa tibbana naannoo Gaambeellaatti mudateen walqabatee naannichatti yeroo hin murtoofneef galgala ALI sa’aatii 1:00 hanga ganama sa’aatii 12:00tti daangeeffama sochii kaa’ame.  Murteen kun kan dabarfame kaabineen naannichaa haala tasgabbii yeroo naannicha keessa jirurratti marii hatattamaa kaleessa taa’ee irratti ture. Akkaataa murteen kanaatiin,

Read More

Finfinnee, Adoolessa 19/2023 - Manni Maree Ministiroota Itoophiyaa Ministira Muummee Abiy Ahimadiin durfamu wixinee labsii haaraa bulchiinsa fi itti fayyadama odeeffannoowwan iccitii mootummaa, mirga fi dirqama dhaabbilee mootummaa adda addaa, qondaaltota mootummaa fi hojjettoota, akkasumas qaamolee odeeffannoon kun karaa adda addaatiin isaan dhaqqabe irratti wixinee

Read More