HomeNews (Page 10)

News

Finfinnee, Adoolessa 27/2023 - Yaa’ii Raashiyaa-Afrikaa biyya Raashiyaa magaalaa Seent Pitarsbargiitti har’a eegaluun cinaatti Pireezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin masaraa isaanii Konstaantinoovskiiti Muummichi Ministeera Itoophiyaa Abiy Ahimad waliin mari’atan.  Yaa’iin Raashiyaa-Afrikaa har’a gaggeeffamu eegale kun hoggantoota biyyoota Afrikaa fi aanga’oota Raashiyaa walarganii akka mari’atan carraa baneera. Haaluma

Read More

Magaalaa guddoo godina Haadiyyaa, Hosaa’inaa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 26/2023 - Rakkoo hanqina xaa’oo godina Haadiyyaatti mudateen walqabatee hiriira mormii kaleessa magaalaa Hosaa’inaatti gaggeeffameen qonnaan bultoonni 6 hidhamuu fi hedduun ammoo miidhaan qaamaa irra gahuu Addis Standard jiraattota dubbise irraa hubateera. Daandiin gara aanaa Soroo geessu

Read More

Buqqaatota dahoowwan yeroo godina Wallagga Bahaa aanaa Saasiggaatti argaman keessa jiraachaa jiran. (Suuraa: ICRC) Finfinnee, Adoolessa 26/2023 - Lixa Oromiyaatti uummatni sababa waldhabdee fi rakkoo nageenyaan godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa, Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa fi Qeellam Wallaggaa keessa qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an ammallee gargaarsa namoomaa

Read More