HomeNews (Page 9)

News

Finfinnee, Adoolessa 31/2023 - Haleellaa naannoo saba sablammootaa fi ummatoota kibbaa godina Guraageetti Sanbata Adoolessa 29, 2023 hidhattootaan raawwatameen torba ajjeefamuu fi hedduun madaa’an. Mootummaan gidduu galuun gochaa kana akka dhaabsisu iraattonni naannichaa gaafatan.  Jiraattonni Addis Standard dubbise sadi akka jedhanitti, haleellaan kuni iddoo addaa Didaa

Read More

Ambaasaaddar Erviin Joozee Maasingaa Finfinnee, Adoolessa 29/2023 - Seeneetiin Ameerikaa dippilomaatiin Erviin Joosee Maasingaa jedhamtu Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa ta’uu isaa sagalee Adoolessa 27 kennameen raggaase. Ambaasaaddar Erviin, kanaan dura Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa kan turte Geetaa Paasii waggaa tokko osoo hin tajaajiliin Guraadhala 2021 erga kaafamte booda ambaasaaddara

Read More

Itti gaafatamaann paartii Badhaadhinaa Aanaa Geeraa qonnaan bultoota sadiitin akka jilbeeffatan yeroo ajajan, Suuraa: Miidyaa hawaasaa Finfinnee, Adoolessa 28/2023 - Tibbana suur-sagaleen qonnaan bultoota afur uffata isaanii akka baafatanii fi akka jilbeeffatan godhamuun hiraarfamaa jiran agarsiisu marsaalee hawaasaa gubbaatti qoodamuu hordofee fayyadamtoota miidiyaa hawaasaa garagaraa biratti

Read More