HomeEthiopia (Page 22)

Ethiopia

Angafa Phaaphaasota Tigraay (Suuraa: Tigray TV) Finfinnee, Adoolessa 12/2023 - Abbootiin amantaa Ortodoksii Tigraay, Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Tigraay jedhamuu haaraa hudeessuu isaanii beeksisaniiru. Manni kiristaanaa Ortodoksii Itoophiyaa irraa adda bahee akka haaraatti hundeeffamee kun ta’umsi isaa Kasaate Birhaan Salaam ta’uu ibsameera. Haaluma walqabatuun abbootiin Ortodoksii

Read More

Finfinnee, Adoolessa 12/2023 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Gamtaa Afrikaa komishinii sarbiinsa mirgoota naannoo Tigraay keessatti raawwataman akka qoratuuf hundeesse ture adeemsa ifa hin taaneen akka hojii dhaabu taasisuu ibsame.  Komishiniin hojii dhaabe kun komishinii jalqabaa Itoophiyaa keessatti waraana waggoota lamaaf gaggeeffame hordofee sarbiinsa mirgoota raawwataman qorachuuf

Read More

Finfinnee, Adoolessa 12/2023 - Lammiin biyya Israa'el tokko Naannoo Amaaraa, Gondar keessatti jalaa ukkaamfamuu Ministeerri Dhimma Alaa Israa'el beeksise. Ibsa Ministeerichi baaseen odeeffannoo lammiin Israa'el kun naannoo Godaritti ukkaamfamuu addeessu Wiixata darbe isa qaqqabuu ibseera.  Akka Ministeerichi beeksiseen Lammiin Israa'el umriin isaa 70ootatti tilmaamame kun qaamolee

Read More