HomeEthiopia (Page 18)

Ethiopia

Finfinnee, Adoolessa 17/2023 - Miidiyaan marsariitii dhaabbata miidiyaa fi kominikeeshinii Haaq jedhamu jalatti hojjetaa jiru Itoophiyaa Insaayidar (Ethiopia Insider) Dilbata kaleessa galgala sanduuqni biiroo keessa ture qaamolee hin beekamneen cabsamee qabeenyi isaa jalaa saamamuu beeksiseera. Miidiyaan kun hojiilee hojjetuun dhiibbaawwan garagaraa irra gahaa turuu ibsuun,

Read More

Paatriyaarkiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas phaaphaasota wayita muudan (Suuraa: Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa) Finfinnee, Adoolessa 17/2023 - Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Phaaphaasota sagal muuduun gara manneen amantaa naannolee Oromiyaa fi Kibbaatti argaman ramaduu beeksiste. Paatriyaarkiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna

Read More

Lammiileen Israa'el Itoophiyaa keessa barootaaf jiraatan gara "biyya hidda sanyii isaanii" Israa'el yeroo galan. Suuraa: The Times of Israel Finfinnee, Adoolessa 17/2023 - Mootummaan Israa'el lammii biyyattii Naannoo Amaaraa, Gondar keessatti ukkaamfame jedhame soba ta’uu hordofee barbaacha taasisaa ture addaan kute. Lammiin Israa’el ganna 79

Read More