HomeEthiopia (Page 17)

Ethiopia

Dargaggoonni shanan harki isaanii duubatti hidhamee boollatti darbataman. (Suuraa: Miidiyaa hawaasaa) Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Adoolessa 18/2023 - Dargaggoonni shanii Godina Wallagga Lixaa aanaa Qilxuu Kaarraa magaala Qilxuutti haala sukaneessaa ta'een mooraa Raayyaa Ittisa Biyyaa keessatti boollatti darbatamuun dararamaa turan irraa gara waajjira poolisii magaalaa Qilxuu Kaarraatti

Read More

Qola kuusaa asoosamoota gaggabaaboo mata duree ‘SEEDAA Asoogawwan Biroo Waliin’ jedhuun Waldaa Barreessitoota Oromiyaatin qophaa'e Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 18/2023 - Erga hundeeffame waggoota 13 kan lakkoofsise fi yeroo ammaa kana barreessitota 123 dabalatee miseensota 300 of keessatti hammatee Waldaan Barreessitota Oromiyaa (WBO), kitaaba haaraa kuusaa

Read More

Finfinnee, Adoolessa 18/2023 - Uggura Intarneetii mootummaan miidiyaalee hawaasaa gurguddoo afur irra ji’oota shanii oliif kaa’ee ture kaleessa sa’aatii boodaa eegalee kaafamuu fayyadamtoonni miidiyalee kanneenii ibsan. Miidiyaaleen hawaasaa kunneen Intarneetii virtuwaalii dhuunfaa (VPN) malee hojjachuu eegalaniiru. Waldhabdee mana amantaa Ortoodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa gidduutti ka’e hordofuun hokkora

Read More