HomeEthiopia (Page 13)

Ethiopia

MM Abiy Ahimadiifi Pireezdaant Vilaadimiir Putiin (Suuraa: France 24) Finfinnee, Adoolessa 26/2023 - Ministirri Muummee Abiy Ahimad walgahii Raashiyaa - Afrikaa Adoolessa 27 fi 28, 2023 biyya Raashiyaa magaalaa Seent Piitarsbarg keessatti gaggeeffamu irratti Pirezidaantii Raashiyaa Vilaadimiir Putiin waliin wal arguun akka mari’atan miidiyaaleen Raashiyaa gorsaa

Read More

Humnootni nageenyaa naannoo Amaaraa Lixa Tigraay keessatti yeroo socho'an Finfinnee, Adoolessa 25/ 2023 - Qaamolee Lixa Tigraayitti sarbiinsa mirga namoomaa dhalattoota saba Tigraay irratti gaggeessaa jiru jedhaman irratti Ameerikaan “tarkaanfii hatattamaa fi murteessaa” akka fudhattu miseensonni Kongireesii Ameerikaa sadi xalayaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bliinkanii

Read More

Finfinnee, Adoolessa 24/2023 - Naannoo Gaambeellaatti miidhaa fi dhiittaan mirga namoomaa namoota nagaa irraatti raawwatamaa jiru irratti mootummaa xiyyeeffannoo guddaa kennu akka qabu Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) hubachiise. Komishinichi rakkoo nageenyaa naannoo Gaambeellaatti mudachaa jiru ilaalchisee ibsa baaseen waldhabdee keessatti uumamaa jiru hordofaa akka jiru

Read More