HomeEthiopia (Page 10)

Ethiopia

Finfinnee, Adoolessa 31/2023 - Haleellaa naannoo saba sablammootaa fi ummatoota kibbaa godina Guraageetti Sanbata Adoolessa 29, 2023 hidhattootaan raawwatameen torba ajjeefamuu fi hedduun madaa’an. Mootummaan gidduu galuun gochaa kana akka dhaabsisu iraattonni naannichaa gaafatan.  Jiraattonni Addis Standard dubbise sadi akka jedhanitti, haleellaan kuni iddoo addaa Didaa

Read More

Dureettii Baanjii Abdii Biyyansaatin  @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 29/2023 - Dureettii Baanjii jedhamti. Godina Gujii Bahaa Aanaa Agaa Waayyuu, ganda Dawwaatti dhalattee guddate. Barnoota sadarkaa tokkoffaa mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Dawwaa jedhamu keessatti, sadarkaa lammaffaa ammoo mana barumsaa Malkaa Guddaa jedhamutti  hordofte. Barnoota ishee qophaa’inaa ammoo Shaakkisootti baratte.  Tibbana

Read More

Ambaasaaddar Erviin Joozee Maasingaa Finfinnee, Adoolessa 29/2023 - Seeneetiin Ameerikaa dippilomaatiin Erviin Joosee Maasingaa jedhamtu Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa ta’uu isaa sagalee Adoolessa 27 kennameen raggaase. Ambaasaaddar Erviin, kanaan dura Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa kan turte Geetaa Paasii waggaa tokko osoo hin tajaajiliin Guraadhala 2021 erga kaafamte booda ambaasaaddara

Read More