HomeEthiopia (Page 11)

Ethiopia

Itti gaafatamaann paartii Badhaadhinaa Aanaa Geeraa qonnaan bultoota sadiitin akka jilbeeffatan yeroo ajajan, Suuraa: Miidyaa hawaasaa Finfinnee, Adoolessa 28/2023 - Tibbana suur-sagaleen qonnaan bultoota afur uffata isaanii akka baafatanii fi akka jilbeeffatan godhamuun hiraarfamaa jiran agarsiisu marsaalee hawaasaa gubbaatti qoodamuu hordofee fayyadamtoota miidiyaa hawaasaa garagaraa biratti

Read More

Dubartootni biyyoota Bahaa Giddu-galeessa kan akka Saa'udi Arabiyaa, Yaman, Oomaan fi Libaanoos irraa gara biyya isaanitti deebi'an mana barumsaa ogummaa 'Inyaa Lanyaa' keessatti barnoota ogummaa Dizaayinii Uffataa bilisaan fudhachaa jiru Finfinnee, Adoolessa 27/2023 - Dhaabbatni tola ooltummaa Inyaa Lanyaa Basiddat (Egna Legna Besidet) jedhamu bara 2009

Read More

Finfinnee, Adoolessa 27/2023 - Yaa’ii Raashiyaa-Afrikaa biyya Raashiyaa magaalaa Seent Pitarsbargiitti har’a eegaluun cinaatti Pireezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin masaraa isaanii Konstaantinoovskiiti Muummichi Ministeera Itoophiyaa Abiy Ahimad waliin mari’atan.  Yaa’iin Raashiyaa-Afrikaa har’a gaggeeffamu eegale kun hoggantoota biyyoota Afrikaa fi aanga’oota Raashiyaa walarganii akka mari’atan carraa baneera. Haaluma

Read More