HomeEthiopia (Page 8)

Ethiopia

Fraanol Ahmad Abdullaahi Naatinaa’eel Fiixeetin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 04/2023 - Dhiibbaan Intarneetiin addunyaa irratti qabu yeroorraa gara yerootti dabalaa dhufuun yeroo ammaa kana uummata addunyaa irraa walakkaa ol intarneetii fayyadama. Fulbaana bara 2016 hojii kan eegale marsariitiin suur-sagalee gaggabaaboo ittiin gadhiifaman ‘Tiiktookii’ ammoo baay’inaan dargaggootaan jaalatamummaa guddaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 04/2023 - Deeggarsa Daandii Qilleensa Itoophiyaatin hundeeffamaa kan jiru Daandiin Qilleensa Naayijeeriyaa baatii Onkololeessa dhufu akka hojii eegalu ibsame. Miidiyaan Bluumbarg hoji gaggeessaa Daandii Qilleensa Itoophiyaa Masfin Xaasaw wabeeffachuun akka gabaasetti, abbaa qabeenyummaan Daandiin Qilleensa Naayijeeriyaa 49% Daandii Qilleensa Itoophiyaatin, 5% mootummaa Naayijeeriyaatin,

Read More

Angafoota Phaaphaasii Naannoo Tigraay Qulqulluu Sinodoosii Ortodoksii Itoophiyaatin balaaleeffataman Finfinnee, Hagayya 03/2023 - Waraana mootummaa federaalaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) gidduutti waggoota lamaaf gaggeeffame hordofee hariiroo Qulqulluu Sinoodoosii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa fi Mana Amantaa Ortodoksii Tigraay [teessoo Manbara Salaamaa jedhamu jalatti] gidduu

Read More