HomeEthiopia (Page 14)

Ethiopia

Abdii Raggaasaa, Lammii Beenyaa, Mikaa’el Booran, Gadaa Oljiraa, Kennasaa Ayyaanaa fi Daawit Abdataan bara 2020 irraa eegale; Gadaa Gabbisaan ammoo bara 2021 irraa eegale mana hidhaa keessatti argamu Finfinnee, Adoolessa 24/2023 -  Mootummaan Itoophiyaa hoggantoota olaanoo Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) torba kan ajaja mana murtii malee

Read More

Maayik Haamar, Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa (Suuraa: MoFA) Finfinnee, Adoolessa 22/2023 - Bakka bu'oonni hawaasa Oromoo biyya Ameerikaa keessatti jiraatan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa kan ta'e Maayik Haamar waliin mari'achuu Waldaa Hambaa Hoggansaa fi Falmaa Oromoo (OLLAA) beeksise.  Bakka bu'oonni hawaasa Oromoo kunneen, mootummaan Ameerikaa

Read More

Fedhasaa Shuumaa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 21/2023 - Dargaggeessi kun Fedhasaa Shuumaa jedhama. Godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Dambii Dollootti dhalatee guddate. Sababa maatiin isaa harka qaleeyyii ta’aniif obboleewwan isaa torba barsiisuuf barnoota isaa yeroo garagaraatti addaan cituu kan himu Fedhasaan, yeroo ammaa barnoota isaa sadarkaa

Read More