HomeEthiopia (Page 21)

Ethiopia

Miseensota Qulqulluu Sinodoosii Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa. Suuraa: Giddugala Miidiyaa Tawaahidoo Finfinnee, Adoolessa 13/2023 - Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa ibsa har’a baaseen filannoon phaaphaasotaa Naannoo Tigraay Adoolessa 16 gaggeeffamuuf jiru “heera mana amantichaa kan hin kabajne, caasaa ittiin bulmaata mana amantichaa kan hubuufi kan cabsu” waan

Read More

Itoophiyaa keessatti Guraandhala 11, 2023 irraa eegalee marsaalee hawaasaa gurguddoo kan akka Tiiktookii, Feesbuukii, Telegraama, Instaagiraamii fi Yuutubii irratti uggurri tajaajila intarneetii kaa'ameera. Suuraa: Worldcrunch Finfinnee, Adoolessa 13/2023 - Mootummaan Itoophiyaa Guraandhala 11 irraa eegale hanga ammaatti, baatilee shanan darbaniif, uggura “seera qabeessa hin taane” fayyadama

Read More

Bitaa gara mirgaatti: Komishinara Itti aantuu KMNI Raakeeb Massalaa fi Komishinara olaanaa KMNI Daani'eel Baqqalaa (PhD). Suuraa: Addis Standard Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Adoolessa 12/2023 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) gabaasa qabiinsa mirgoota namoomaa kan bara 2015 ALI qopheesse ilaalchisee ibsa har’a baaseen naannolee Oromiyaa

Read More