HomeEthiopia (Page 25)

Ethiopia

Itoophiyaan biyyoota gatiin maallaqa isaanii haalaan gadi bu’uu waliin wal’aansoo qaban keessaa ishee tokkooti. Guraandhala 2022 irraa eegalee birriin doolaara Ameerikaa waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu 39%n gadi bu'eera (Suuraa: static.vecteezy.com) Finfinnee, Adoolessa 06/2023 - Maallaqni Itoophiyaa jijjiirraa maallaqa idil-addunyaa faana wal bira qabamee yoo

Read More

Buqqaatota dahoowwan yeroo godina Wallagga Bahaa aanaa Saasiggaatti argaman keessa jiraachaa jiran. (Suuraa: ICRC) Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Adoolessa 05/2023 - Jiraattonni godinaalee Horro Guduruu Wallaggaa fi Wallagga Bahaa haleellaa “hidhattoota Amaaraa Faannootiin” qe’ee isaani irraa buqqaafaman beela hamaa dabalatee gaaga’ama namoomaa hammaataa keessa jiraachuu Addis

Read More

Finfinnee, Adoolessa 05/2023 - Miseensonni Mana Maree Federeeshinii Itoophiyaa naannoo haaraa godinaalee jahaa fi aanaalee addaa shan qaama Naannoo Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Kibbaa turan irraa bocame akka uumamu murtee sagalee guutuun dabarsaniiru. Naannoon haaraa “Naannoo Kibba Itoophiyaa” jedhamu kun, Itoophiyaa keessatti naannoo 12ffaa, akkasumas rifarandamii

Read More