HomeEthiopia (Page 23)

Ethiopia

Suura: obbo Shimallis Abdiisaa yeroo walgahee Caffeerratti haasaa taasisanittti Finfinnee Adoolessa 10, 2023 - Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa (MNO) obbo Shimallis Abdiiisaa “qaama hidhatee [Oromiyaa keessa] socho’u” rakkoo siyaasaa mariidhaan furuuf qophii qabu simachuuf "fedhii olaanaa" kan qabu ta’uu ibsaniiru. Pireezidaantiin naannichaa waamicha kana kan taasisan yaa’ii

Read More

Dargaggoonni shanan harki isaanii duubatti hidhamee boollatti gataman. (Suuraa: Miidiyaa hawaasaa) Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Adoolessa 07/2023 - Suuraan dargaggoo shan harki isaanii duubatti hidhamee ijji isaanii haguuggamee boolla keessatti ugguramanii mul’isu tibbana miidiyaa hawaasaarra naanna’aa tureera. Taatee kanaan walqabatee namoonni garaagaraa yaada garaagaraaa karaa miidiyaa hawaasaatiin

Read More