HomeEthiopia (Page 26)

Ethiopia

Finfinnee, Adoolessa 04/2023 - Godina Arsii Lixaa aanaa Dodolaatti maanguddoon bara 1974 ALI barnoota kutaa 7ffaatti adda kutanii turanitti deebi’uun waggaa 41 booda barana qormaata kutaa 8ffaa fudhachuu odeeffannoo Kominikeeshiniin Godina Arsii Lixaa irraa argame ni addeessa.  Maanguddoon qormaata naannoo kutaa 8ffaa fudhatan kun Obbo Usmaan

Read More

Warshaa sukkaara Finca'aa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 03/2023 - Warshaan sukkaara Finca’aa ji'oota lama darbaniif hojjettoota isaaf miindaa osoo hin kaffaliin darbuu isaarra kan ka’ee hojjattoonni warshichaa sababa harkifannaa miindaan rakkachaa jiraachu himan. Warshaan sukkaara kun hojjettoota waliigalaa kuma kudhanii kan qabu yoo ta’u, kana keessaa

Read More

Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 03/2023 - Addi Bilisummaa Oromoo paartilee umrii dheeraa lakkoofsisan keessaa adda duraaman kan waamamudha. Barana 2023tti hundeeffama isaa waggaa shantamaffaa kabajatee jira. Itti gaafatamaa sab-qunnamtii ABO, Lammii Gammachuu dhimma bu’uura hundeeffama dhaabichaa, rakkoolee dhaabichi waggoota shantaman darban keessa isa mudatee, hanqina

Read More