HomeEthiopia (Page 24)

Ethiopia

Xaa’oo UREA (Suuraa: Dhaabbata Daldala Qonnaa Itoophiyaa/Facebook) Geetaahun Laggasaa @Birmaduu2 Finfinnee, Adoolessa 07/2023 - Battaluma facaasaan gannaa bara 2015/2016 balbalarra jiru kanatti, xaa’oo waliigalaa kuntaala miliyoona 12 ol qonnaan bultoonni Itoophiyaa facaasaa ganna bara kanaatiif barbaadan keessaa kuntaala miliyoona 7.4 bitamee raabsamuuf gara biyyattii geejjibamaa jiraachuu korporeeshiniin

Read More

Sirna walii mallatteessuu Hoji Gaggeessaa Olaanaan Baankii Gadaa Obbo Waldee Bultoo fi Dura ta’aan Waldaa Bu’uuraa Hojjetoota Duraanii Daandii Qilleensa Itoophiyaa Obbo Kiyyaa Lammaa gidduu taasifame Finfinnee, Adoolessa 06/2023 - Baankiin erga hundeeffamee fi hojii eegale yeroo muraasa keessatti fedhii fi fayyadamummaa maamiltoota isaa guutuuf taajiloota

Read More

Ministira Mummee Abiy Ahmad (PhD) Finfinnee, Adoolessa 06/2023 - Yaa’ii idilee 28ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa har’a gaggeeffame irratti gabasa raawwii hojii mootummaa federaalaa bara 2015 irratti gaaffilee miseensota mana marichaa irraa ka’uuf deebii laachuuf kan argaman MM Abiy Ahmad (PhD) madda maallaqa pirojektiiwwan

Read More