HomeBusiness (Page 5)

Business

Finfinnee Caamsaa 12, 2023 - Abbaan taayitaa nyaataa fi qorichaa gosoota omishaalee ashaboo ,zayita nyaataa fi kanneen biroo “eeyyama hin qaban” jedhe 91 hawaasni akka hin fayyadamne akeekkachiise. Gosoota zayiita nyaataa gosa 27, ashaboo ayoodaayizdii 46,   Acheetoo gosa adda addaa shan, dhadhaa lawuzii akaakuu 2, karameellaa akaakuu 10

Read More

  Finfinnee Caamsaa 11, 2023 - Baankiin biyyaalessaa Itoophiyaa tajaajila faaynaansii mobaayilaa kennu Saafaarikoom M-pesaa jedhamuun beekamuuf guyyaa har’aa eeyyama laatte. Eeyyamani kenname kuni, kaayyoo baankichi “kalaqa faaynaansii babal’isuu fi gabaa Itoophoyaa banaa taasisuuf” qabu kan mul’isu ta’uu baankichi ibse. Tajaajilli faaaynaansii dijitaalaa Itoophiyaan sanduuqa mobaayilaa, baankii Interneetii

Read More

Finfinnee, Caamsaa 05, 2023 - Bulchaan baankii biyyaalessa Itoophiyaa obbo Maammoo Mihratuu carraa tajaajila faayinaansii Itoophiyaa keessatti hirmaachuutiin walqabatee hoggantoota baankii fi faaynaansii Keeniyaa fi Morookoo wajjiin guyyaa kaleessaa mari’ate. Bulchaan Maammoo dura taa’aa garee baankii daldala Keeniyaa qabeenyaan baankii lammaffaa ta'e KCB Andriiw Waambaarii wajjiin “haala

Read More