HomeBusiness (Page 7)

Business

Finfinnee, Guraandhala 22/2023 - Chaayinaan Bitootessa 1, 2023 irraa eegalee meeshaalee taaksii itti kaffalaman Itoophiyaa, Burundii fi Nijar irraa gara biyyattii galan keessaa dhibbeentaa 98 gibira malee akka seenan murtaa’uu Komishinii Taarifa Gumurukaa Mana Maree Mootummaa Rippabiliika Ummata Chaayinaa ibsa baaseen beeksiseera. Tarkaanfiin haaraan kun michoomaa

Read More

Suuraa: OBN Afaan Oromoo Finfinnee, Amajjii 30,2023 – Waldaan Aksiyoona Geejjibaa fi Loojistiksii Gadaa Konkolaattota fe’umsaa har’a hojii eegaleera. Sagantaa kana irratti kan argaman Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, akkuma jedhe “Mootummaan Naannoo Oromiyaa dirree diinagdee hunda irratti hojii milkaa'aa hojjechaa jira.’’

Read More

Geetaahuun Lagassaa tiin @Birmaduu2 Finfinnee, Amajjii 30,2023 - Hidhattoonni eenyuummaan isaanii adda bahee hin beekamiin hojjattoota warshaa simintoo Daangootee 20 ta’an godina Shawaa Lixaa aanaa Ada’aa Bargaa keessatti Amajjii 26 butuu hojjataa warshichaa kan dhimmichatti dhiyeenya qabu Addis Standard’tti himeera. Akka hojjataan kuni bilbilaan Addis Stand’tti himetti,

Read More