HomeBusiness (Page 6)

Business

Finfinnee, Caamsaa 04, 2023 - Itoophiyaan akkaataa karoora seektara faayinaansii gabaa alaatiif banaa gochuuf baafteen waggoota shanan itti aananii dhufan keessatti invastaroota biyya alaa shan ta’aniif eeyyama hojii baankii kan kennufu karoorfachuu qondaalli olaanaan baankii biyyaaleessaa tokko ibseera. “Waggoota shan keessatti baankota sadii hamma shanii ta’aniif eeyyama

Read More

Finfinnee, Ebla 12/2023- Baankiin Siinqee Eebla 11 Bara 2023 tajaajila baankii hawaasa muslimaa fayyadamaa taasiisuufi tajaajila baankii dhala irraa bilisaa moggaasa “Siinqee Ihsaan” jedheen kennuu eegaluu isaa ifoomsee jira. Baankichi tajaajila kana seera shari’aa giddugala godhachuun kennuuf haalduree hunda xummuruun akkasumas Baankii  Biyooleessaa Itoophiyaa irraa heyyama

Read More

Hoji gaggeessaa baankii Gadaa Waldee Bultoo fi Walitti qabaa itti aanaa waldichaa Nawaawii Massaa waliigalticha yeroo mallatteessan Finfinnee, Ebla 11/2023 - Baankiin erga hundeeffamee fi hojii eegale yeroo muraasa keessatti fedhii fi fayyadamummaa maamiltoota isaa guutuuf taajiloota baankii teeknooloojiin deeggaraman kennaa jiru, baankiin Gadaa, tajaajila fi

Read More