HomeBusiness (Page 11)

Business

Toom Biliichiin, thefintechtimes Finfinnee, Sadaasa 18/2022 - Jijjiirraan kaffaltii biyyoolessaa Itoophiyaa ‘EthSwitch’ jedhamu fi Baankiin Oromiyaa Mastercard waliin hojjechuuf waliigalan. Tarkaanfiin kun tajaajila Maastarkaardii lammiilee Itoophiyaaf dhiyeessa. Daawwattoonnis ta'ee lammiileen biyya keessaa kaardii kaffaltii Maastarkaardii qabatanii deeman ATM Baankii Oromiyaa keessaa maallaqa biyya keessaa baasuu danda'u. ‘Neetworkiin

Read More

Finfinnee, Onkololeessa 07/2022 - Itoophiyaa keessatti namni dhuunfaan maallaqa birrii kuma 100 ol, dhaabbatni ammoo birrii kuma 200 ol baankiin ala  kaawwachuun dhorkaa ta’uu Baankiin Biyyooleessaa Itoophiyaa beeksise. Akkasumas Warqee karaa seeraan alaa mana keessa keewwachuunis dhorkamuu ibseera.  Bulchaan Baankii Biyyooleessaa  Yinnaagar Dassee (PhD)dhimma to’annoo jijjiirraa

Read More

Finfinnee, Fulbaana 22/2022 - Dhaabbanni qorannoo fi misooma albuudaa Itoophiyaa fi Sa’uudii Arabiyaa keessatti pirojektoota qabu, Tulluu Kaappii, bakka bu’oota dhaabbilee mootummaa Itoophiyaa adda addaa waliin walga’ii guyyoota sadiif turu milkaa’inaan xumuruun tarkaanfiiwwan hatattamaan Pirojektii Warqee Tulluu Kaappii, Oromiyaa Lixaa magaalaa Ayraa-Gullisoo irraa gara bahaatti 28km

Read More