HomeBusiness (Page 12)

Business

Ayyalaa Galaan (PhD) @AyeleGelan   Safaricom Finfinnee  gahee  osoo hin turin mormiin isa mudate. Hoggantoonni Safaricom garaagarummaa daldalaa Itoophiyaa fi Keeniyaa gidduu jiru waan hin hubanne fakkaata. Dhaabbatichi bakka gabaa haaraa keessa qubachuuf hojii duraa irratti bobba’ee ture. Isaan keessaa hojjattoota biyya keessaa qacaruun gabaa guddaa Itoophiyaa

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 27/2022 - Qonnaan bultonni fi daldaltoonni  jimaa Harargee mootummaan karaa ejansiiwwan mataa isaatiin gabaa al ergii Jimaa keessa galuu isaatiin toftaadhaan gabaa Jimaa keessaa akka baanuu taaasifamaa jirra jechuun komatan. Daldaltoonni Addis Standard dubbise qaamoleen seeraan ala gabaa jimaa to’atanii fi mootummaan

Read More

Gammadaa Olaanaa, gara bitaa irraa lammaffa irra kan jiru, Miidiyaa Hawaasa irratti beekamtii guddaa kan qabu yoo ta'u duula Miidiyaa Hawaasa irratti gaggeessaa warra turan keessa tokko, innis hoggantoota Safaricom dubbisee jira.Suuraa: Feesbuukii Gammadaa Olaanaa Finfinnee, Hagayya 15/2022- Safaricom Oromiyaa irraa mormii guddaan isa muudataa jira. Mormiin kunis dhaabbatichi

Read More