HomeBusiness (Page 15)

Business

Mahleet Faasil tiin @MahletFasil Finfinnee,Guraandhala 18/2022 –Warshaan Daabboo Shaggar gatii rakasaan osoo addaan hin kutin daabboo jiraattota magaalaa Finfinneetiif  dabboo dhiyeessuuf  ture waggaa tokkoofi ji’a ja’a dura hojii eegale. Haa ta’u malee  warshaan daabboo Shaggar guyyoota torban lamaa as hojii dhaabuu isaatiin jiraattoota galii gadi aanaa

Read More

Suuraa: Biloom Barg Itoophiyaa keessatti waggaatti Sukkaara toonii 270,000 oomishuu kan danda’u warshaan Sukkaaraa Fincaa’aa,  haleellaan irra deddeebiin garee hidhattootaatan irratti raawwatamuu dubbi himaan dhaabbatichaa Rattaa Dammaqaa Biloom Bargitti himeera. Itti dabaluunis sababa haleellaa dhiyeenya gareen hidhattootaa maashinoota  fi shonkoora gubaniin warshichi hojii dhaabuuf akka dirqame

Read More

Suuraa: FBC Finfinnee, Guraandhala 4/2022-Aksiyoonni Albuudaa Oromiyaa bara hojii kanatti warqii Kiiloogiraama 1600 ta’u Adoolaatti oomishuun biyya alaatti erguuf qophii xumuree jedhe. Dhaabbatni kun birrii miliyoona 400 ta’uun hojii maashinaroota galchuu hojjataa jiras jedhameera. Aksiyoonni Albuudaa Oromiyaa mootummaa naannoo Oromiyaa fi inveestaroota biyya keessaan kan hundeeffame

Read More