HomeArticles Posted by addisstandard (Page 126)

Author: addisstandard

Finfinnee, Guraandhala 9/2022-  Manni murtii Waliigalaa Federaalaa galmee Koloneel Gammachuu Ayyaana fi kanneen biroo afur akka cufamu murteesse. Murtiin kun kan murtaa’e erga abukaattootni hidhamtootaa sarbiinsi mirga namoomaa hidhamtoota irra gahera, kana malees poolisii fi abbaan alaangaa ajaja mana murtii hin  kabajan jechuun himata dhiyeessani

Read More

Finfinnee, Guraandhala 5/2022- Paartileen mormitoota sadi Adda Bilisummaa Oromoo (ABO),Koongiresii Federaalawaa Oromoo ( KFO) fi Adda Bilisummaa Biyyaalessa Ogaaden (ABBO) adeemsi marii biyyaalessaa karoorfame hin beekamu[ABO], qaama walabaan hin filamne[KFO], bakka bu’ummaa hin qabu [ABBO] jedhan.  Addis Standard  KFO fi ABBO’n waamicha mana maree bakka bu’oota

Read More

Suuraa: FBC Finfinnee, Guraandhala 4/2022-Aksiyoonni Albuudaa Oromiyaa bara hojii kanatti warqii Kiiloogiraama 1600 ta’u Adoolaatti oomishuun biyya alaatti erguuf qophii xumuree jedhe. Dhaabbatni kun birrii miliyoona 400 ta’uun hojii maashinaroota galchuu hojjataa jiras jedhameera. Aksiyoonni Albuudaa Oromiyaa mootummaa naannoo Oromiyaa fi inveestaroota biyya keessaan kan hundeeffame

Read More