HomeArticles Posted by addisstandard (Page 122)

Author: addisstandard

Suuraa: Giddugala wal’aansa Haroo Maayaa, Harargee Bahaa, naannoo Oromiyaa. Haadholiin fi ijoollee wal’aansa argatan.Suuraa: Manuel Morini/OCHA Ethiopia. Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2022 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) gabaasa haaraa Onkoloolessa 07, 2022 baaseen, Itoophiyaa keessatti fedhiin gargaarsa namoomaa naannolee walitti bu’iinsa,

Read More

Obbo Alamaayyoo Dirroo Geetaahuun Laggasaatiin Finfinnee, Onkololeessa 11/2022 - Humnoonni nageenyaa mootummaa hayyuu Oromoo Alamaayyoo Diroo Fulbaana 29,2022 irraa eegalee to'annoo jala oolchuun mirga mana murtittii dhiyaachuusaas kan sarban ta'uu, haati manaa  Alamaayyoo Laaqach Haayiluu mirkaneessitee jirti. Alamaayyoon iddoo mana jireenyaasaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawa

Read More

Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee namoota himannaa kanaan himataman keessaa muraasa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkololeessa 11/2022 - Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasiim Abdullaahi jala himata “Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa hundeessuu” jedhuun himataman baatii lama booda Jimaata darbe Onkololeessa 07, 2022 Mana Murtii

Read More