HomeArticles Posted by addisstandard (Page 123)

Author: addisstandard

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkololeessa 10/2022 - Har'a ganama riqichi mooraa guddicha Yuunivarsiitii Hawaasaa fi mooraa teeknooloojii walqunnamsiisu jigee barattoota kutaa 12 irra miidhaan gahuu bulchiinsi Yuunivarsiitichaa fi waajjirri Nageenyaa Mootummaa Naannoo Sidaamaa beeksisan. Hogganaan Waajjira Nageenyaa Naannoo Sidaamaa Alamaayyoo Ximotewoos Raadiyoo fi Televiziyoonii Kibbaaf akka himeetti;

Read More

Finfinnee, Onkololeessa 07/2022 - Itoophiyaa keessatti namni dhuunfaan maallaqa birrii kuma 100 ol, dhaabbatni ammoo birrii kuma 200 ol baankiin ala  kaawwachuun dhorkaa ta’uu Baankiin Biyyooleessaa Itoophiyaa beeksise. Akkasumas Warqee karaa seeraan alaa mana keessa keewwachuunis dhorkamuu ibseera.  Bulchaan Baankii Biyyooleessaa  Yinnaagar Dassee (PhD)dhimma to’annoo jijjiirraa

Read More

Tigraay keessatti haleellaa koorniyaa irraa lubbuun hafan. Suuraa: Human Rights Watch/Hagayya 2021 Finfinnee, Onkololessa 7/2022- Haleellaan Koorniyaa dubartoota irra gahu sababa hongee fi walitti bu’insatiin dabalaa jiraachuu eera gabaasni Fandii Uummataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii(UNFPA)  fi Kilaastara Eegumsaa(Protection Cluster).  Lakkoofsi namoota Haleellaan Koorniyaatiin miidhamanii gargaarsa barbaadan bara 2021

Read More